• Fri. Mar 20th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii Harsadee godina Baha Shaggar aanaa Booraa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Dec 8, 2024

ONM-ABO Sadaasa 30, 2024

Irree fi gaachanni saba Oromoo WBOn gidiraa jajjabduu impaayerri saba oromoo irratti hojjachaa jiru jibbuun tarkaanfii walitti fufaa waraana waraana faashistii PP irratti fudhachaa jira.

Jajjabeen WBOn zoonii Harsadee godina Baha Shaggar aanaa Booraa keessatti kaleessa Sadaasa 29, 2024 waraana faashistii PP saamichaaf bobbaate iddoo addaa ganda maatii jedhamutti haleellaa cimtuu irratti taasisuun 1 ajjeesee fi 8 madoo daddammii hin qabneen adabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading