🌳Gadaa Keessatti #Dabballeen maali?
🍃#Dabballeen marsaa Gadaa keessaa sadarkaa jalqabaa yoo taatu, Ijoollee ganna 0_ 8 ti.
☘️ Ijoollee Dabballee mataa dhalootaa irraa hin haadan.haga gulantaa Gadaa kana keessa hulluuqanii gara #Gammeetti dabranitti mataa dhalootaa irraa hin haadan.
Ijoollee Dabballee hin tuqan (hin reeban) Akkasuma hin rifachiisan. Dabballee maqaa jaalalaatiin yaamu.
haga waggaa sadeettan tana fixattee gara gammeetti dabartutti maqaa jaalalaa malee maqaa dhibii hin baasaniif. Ganna saddeet booda gubbisu.
Caayaa Qeerroo hordofaa




