Guyyaa 5/3/2025
Oduu Gaddaa
Godina wallagga lixaa Aanaa yuubdoo
Ganda calliyaa keessatti Dargaggoonni 3 waraana mootummaan ajjeefamte.
Maqaa Dargaggoota ajjeefamanii kunneen:
1.Na’olee Darajjee
2.Dani’el Baacaa
3.Daani’el jedhama. Maatif firoottansaanif jajjabina hawwina.
#Caayaa_Qeerroo



