Oduu_Gaddaa
Maqaa namoota gaafa 18/7/2017 #Godina_Horroo_Guduruu_Wallaggaa Aanaa abee dongoroo, Ganda Tulluu Mootii, bakka Addaa TAMAJOO jedhamutti, Hidhattoota Finxaaleyyiin Faannoo lubbuu Namoota 21 galaafatte keessaa kan Maqaan nu qaqqabe
1- Gabayyoo Kumsaa
2 -Gaddafaa Birruu
3 -Faqqadaa Baqqalaa
4 -Garramuu Hordofaa
5 -Gaddafaa Dabaloo
6 -Tamasgeen Dassaalee
7 -Gidumaa Gaarii
8 -mootummaa Nugusaa
9 -Daanyee
10 -Hurumoo Elemoo
11 -Kafaalee Goraash
12 -Abdii Bakar
13 -Camadaa Darajjee
14 -Obsaa Abdallaa
15 -Taammiruu tolasaa jedhamu.
Hanga ammaatti namoonni lubbuun darbe 21 jedhama jira. Kana malees, Namni sadii ammoo ammayyuu hin argamne. Reeffi nama 15 argameera.
Caayaa Qeerroo
