Godina Baha Harargee Aanaa Baddannootti ergamtoonni Bilxiginnaa haalduree filannoo mijeeffachuuf hawaasa huccuu dulloomaan gowwomsaa jiraachuun himame
ONM-ABO Bitootessa 31, 2025 Baha Harargee aanaa Baddannoo araddaa Gooroo Wadootti Bitootessa 28, 2025 irraa eegaluun maqaa “harka qalleeyyii gargaarra”…
