Godina Baalee Lixaa Aanaa Diinshoo keessatti waraanni murna Bilxiginnaa maqaa sakattaa WBO’n bobba’an walii isaanii haleeluun miidhaa jabaa wal irraan ga’uun dhaga’ame
ONM-ABO Waxabajjii 28, 2025 Ergamtoonni sirna garboomfataa PP Waxabajjii 25, 2025 aanaa Diinshoo magaalaa Diinshoo irraa maqaa sakattaan bobba’uun halkan…
