Kibba Lixa Shaggar Aanaa Tolee keessatti goolessitoonni sirnichaa saamicha horii uummataa irratti geggeessuun manneenis gubuun dhaga’ame
ONM-ABO Waxabajjii 27, 2025 Waxabajjii 23, 2025 saamtonni sirnichaa aanaa Qarsaa Maallimaa buufata waraanaa PP Adaadii irraa gara aanaa Toleetti…
