• Mon. Nov 9th, 2026

Oromoo Bilisummaa Goonfachiisuu fi Egeree Oromiyaa Abiy Booda – Jaarmiyya ABO-WBO Idle Addunyaa Hagayya 1, 2025 Seattletti

Jul 24, 2025

Damboobaan Masakamaa Qabsoo Galmaan Gahuuf, Haayyoti Oromoo bebbeekamoon Hagayya 1, 2025 Seattletti wal gahuun marii seena qabeessa gaggeessu.

Mata-dureen marii isaanii “Oromoo Bilisummaa Goonfachiisuu fi Egeree Oromiyaa Abiy Booda” jedhu irratti fuulleffatu.

Tokkummaan Gamtoomuu irraa haga Tumsa tolfachuu; haqa, walqixxummaa, bilisummaa fi walabummaaf waliin dhaabbatanii gaaffii sabaa deebisuun harka keenya jira.

Koottaa irraa qooda fudhadhaa, gidiraa barootaa dheeraatti xumura haa tolchinu!

📍 Rainier Arts Center | Sa’a 2:00 – 6:00 PM
🔗 j-abo-wbo.org/post-abiy-regime

PostAbiy #BilisummaaOromoo #ABOWBO2025 #SeattleSummit #QabsoonHinDhaabne ✅

Leave a Reply