Soba Bilxiginnaa: Afaanuma Oromiyaa guutuu nagaa goonee jirra jedhetu ammammoo, WBOn dhibbootaan harka kenne jedha. Sunuu Gujii qofa keessaa. Ammoo uffati WBOs “Jiinsii” fi “leezariitti” jijjiirameera jetti Faarsee bulaan. Jarri kun ummati keenya jaamaadha seetiiyii?
