RIP!
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO
Godina_Arsii Aanaa Muunessaatti Obbolaa lama manaa baasanii ajjeesan.
=====================••••====>
Godina Arsii Aanaa Muunessaa Ganda Qotee Bulaa Qujjichaa keesattii gaafa 27/2018 ALH galgala obboloota lama mana harmee isaaniitii loltoota mootummaa PPn qabamanii bakka tokkotti ajjeeffaman.
Isaanis:-
1) Kaliil Gabii Xaafaa
2) Quufaa Gabii Xaafaa
Ilmaan gadaamessa tokko keessaa bahan kunneen badii tokko malee lubbuun isaanii darbuu danda’eera.
Itti dabaluudhaan manguddoo maqaan isaanii ‘Erkisoo Gishee Galgaluu’ jedhamus balleessaa tokko malee mana jireenya isaatii baasanii ajjeessan.

