• Tue. Jan 13th, 2026

Zelenskiin Raashiyaa waliin wal arguun kan danda’amu yoo Tiraamp fi hoggantoonni Awurooppaa waliigaltee irratti walii galan jedhe

Dec 30, 2025

ONM-ABO Muddee 30, 2025 

Pirezidaantiin Yukireen Voldaamer Zelenskiin Wiixata kaleessaa akka jedheitti walgahiin Raashiyaa waliin taasifamuu danda’u eega pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp fi hoggantoonni Awurooppaa waraana Moskoo xumuruuf bu’uura nagaa Yukireen yaada dhiheessite irratti waliigalanii booda qofa.

Gaazexeessitoota ⁠Chat WhatsApp irratti haasawa taasisaniin, itti dabaluudhaan, yeroo Kiiv waliigaltee nagaa mallatteessite irraa eegalee wabii nageenyaa Yukireen michoota irraa akka kennamu abdiin qaba jedhan.

Zelenskiin wixineen nagaa ⁠bu’uura waraana Raashiyaa xumuruuf qophaa’e waggoota 15f Yukireenif wabii nageenyaa Ameerikaan akka kennitu kan tilmaamu yoo ta’u, ⁠Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp wabii hanga waggaa 50 akka kennan gaafachuu isaanii ibsaniiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading