Biraazil kutaa biyyaa Alagowas keessatti balaa konkolaataa mudateen yoo xiqqaate namoonni 16 du’an
ONM-ABO Guraandhala 4, 2026 Kaaba baha Biraazil keessatti otoobisii ayyaana amantii irraa deebi’aa ture tokko daandii irratti garagaleen daa’imman afur…
