Waraanni Bilxiginnaa aanaa Abaaboo Guduruu keessatti nama nagaa tokkoo fi sa’a dorrobaa tokko rasaasaan rukutanii haala suukanneessaa ta’een ajjeesuun dhaga’ame
ONM-ABO Eebla 1, 2026 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abaaboo Guduruu ganda Kooticha Manoolee keessatti gara jabeeyyiin waraana Bilxiginnaa gaafa…
