Hawaasni Oromoo biyya UK jiraatan sarbamiinsa mirga namoomaa murna gabroomfataa Bilxiginnaan Oromiyaa keessatti geggeeffamu balaaleffachuun hiriira mormii geggeessan
ONM-ABO Eebla 1, 2026 Hawaasni Oromoo biyya UK (United Kingdom) jiraatan sarbamiinsa mirga namoomaa murna gabroomfataa Bilxiginnaa fi finxaaleyyii Amaaraan…
