Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Onkoloolessa 4-2026 itti dhiyaadhaa!
Seenaa kabaja ayyaana Irreechaa, ayyaana irreechaa irratti namaoota ukkaamsuu, Lola Impaayera Itoophiyaatti adeemsifamaa jiruu itti bahinsi isaa maal, Oromoon akka Sabaatti yeroo murteessaa kanatti maal gochuu qaba jettu? Dhaamsa xumuraa yoo qabaattan asuuman jedhuu ilaalchisee turtii Jaal Hassan Fadiis waliin taasisne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/share/1L2SirxwZx/?mibextid=wwXIfr
YOOKIIN
https://www.facebook.com/profile.php?id=61593133576637
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:
t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaa
YouTube:-
http://www.youtube.com/@arraata-k5k
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan teessoo keenya Whatsapp: +447570361431 Tel : +447570361o431 Email: bariibilisummaa103@gmail.com nu argachuu dandeessu!
Sagalee Cunqurfamtootaa!
