• Fri. Nov 6th, 2026

BEEKSISA FREQUENCY HAARAA! Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa

Nov 4, 2026

Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa karaa saatalaayitiin frequency 11977 H, 27500n darbaa ture bakka hunda waliin ga’uu fi qulqullina isaa dabaluuf gara Frequency haaraa 12594/12595 V, 27500niin saatalaayitii #Yahsat irratti guuttanii mana keessan keessa taa’uun daawwachuu dandeessu.

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee uummataa fi qabsoo Oromoo
Sagalee Cunqurfamtoota!

Leave a Reply