Baga Guyyaa Sooma Furuu Eid Al-Faxiriif Isin Gahe! Jaarmayaa ABO-WBO Biyya Alaa, Bitootessa 19, 2026
Jaarmayaan ABO-WBO hordoftoota amantaa Islamaa, Qabsaawotaa fi ilmaan Oromoo qabsoo bilisummaa Oromoo deeggartan marti baga baatii Ramadaan Qulqulluu fi Guyyaa…
