Rakkoo Siyaasaa Itoophiyaa fi Barbaachisuummaa Ce’umsaa Ilaalchisuun Ibsa Gumii Hayyota Oromoo irraa Kenname | Gumii Hayyoota Oromoo | October 17, 2026
Nuti, hayyoonni Oromoo ibsa kana mallatteessine, rakkoo siyaasaa Itoophiyaa keessatti hammaachaa dhufeefi miidhaa hamaa inni uummattoota biyyattii irratti geessisaa jiru…
