• Sat. May 2nd, 2026

Kibbaa Torbaan sadiif daandii guddaa ethio-kenya qunnamsiisu to’atee

Feb 18, 2022

Gootichii Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Torbaan sadiif daandii guddaa ethio-kenya qunnamsiisu to’atee jiraachuu ibse. 
ONM-ABO Gurraandhala18,2022 
Gootichii Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa godina Gujii Lixaa keessa socho’u Cibraan Gumaa baas Tuulaa Surroof Cibraan madda Albuudaa  torbaan sadiif wiirtuu diinagdee xoophiyaa daandii ethio-kenya qunnamsiisu Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaatti to’achuun yeroo yerootti sakatta’a geggeessa jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading