• Sat. Mar 25th, 2023

WBO Zoonii gidduu galeessa kaaba lixa shaggar tarkaanfii laalessaa waraana Pp irratti fudhachu ibse

Mar 13, 2022

WBO Zoonii gidduu galeessa kaaba lixa shaggar tarkaanfii laalessaa waraana Pp irratti fudhachu ibse.

ABO-ONM Bitootessa 13, 2022

Irreef gaachanni Uummata oromoo WBOn zoonii gidduu galeessaa kaaba lixa shaggar cibraan meettaa bargaa humni furgaatuun laga mogar qarqara magaala jalduu ganda qoricha dheeraa keessatti humna diinaa sakattaa WBO’f deemtu haxxee itti hidhuun akka hin dandamanneetti haleeluun

humna diinaa 30 ol battalatti yoo ajjeessu hedduu madoon adabee jiraachuuf meeshalee hedduu hiikee jiraachuu ajajaan WBO naannicha ibse. Tarkaanfiin gootichii WBO fudhatu hanga ammaa itti fufa.

IUOF

Leave a Reply