• Tue. Apr 28th, 2026

Waraanni Bilisummaa Oromoo Kaaba Lixa Shaggar qaamota nageenyaa mootummaa PP to’achuu beeksise

Mar 26, 2022

Waraanni Bilisummaa Oromoo Kaaba Lixa Shaggar qaamota nageenyaa mootummaa PP to’achuu beeksise.

(Bitootessa 26,2022 ONM ABO)

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kaaba Lixa Shaggar, finyaan Finfinnee jalatti injifannoo urgooftuu galmeesauu itti fufuun Sulultaa magaalaa darbaa seenee Komaandara poolisii Tolchaa Areeroo dabalatee caasaa nageenyaa lama dhuunfatee ba’uu beeksisee jira.

Yeroo Mootummaan PP Waraana Bilisummaa Oromoo balleessina jechuun Opreration gaggeessuuf qophii irra jirutti qaamonni nageenyaa Mootummaan abdatu gooticha ilma Sabaa Waraana Bilisummaa Oromoon bakkoota garaa garaatti booji’amuufi butamuun mootummaatti rifaatuu guddaa uumee jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading