๐ข๐๐จ๐จ ๐๐๐D๐๐
Mootummaan PP Oromoo gama hundaan duguuguuf kan ofii ajjeesuun addatti, daangaarraan lola itti banuun Uummati harka duwwaa akka dhumu gochaa jira.
(SQ-Adooleesa 31, 2022)
Giddugala Bahaa Shaggar Ona Fantaallee keessatti guyyaa har’aa ๐๐ฑ๐ผ๐ผ๐น๐ฒ๐๐๐ฎ 31/7/2022tti ganama sa’aa 2:00 irraa eegalee hanga galgala sa’aa 1:00tti lolli daangaa oromoota Ituu fi Hidhattoota Affaar giddutti ta’aa ooleem.
lolli kun lafa dheedinsa loowwanii kan uummanni oromoo Ituu irra jiraatu iddoo gabaabaa ykn harawaacuu jedhamuun beekkamutti kan ta’eedha.
lola hidhattoota affaari fi tiikfattoota oromoo ituu giddutti ta’e kana irratti oromoonni ituu namni 2 yommuu wareegamu namni 4 ammoo madaa’ee jira.
Namoonni wareegaman kunis
- ๐๐ฎ๐๐ฎ๐ป ๐ข๐ฑ๐ฎ๐ฎ
- ๐๐ฏ๐ฑ๐ถ๐ถ ๐๐ผ๐ฟ๐๐
kan jedhaman yoo ta’u
Namoonni madaa’an ammoo - ๐๐ถ๐ถ๐ด๐ด๐ผ๐ผ ๐ฏ๐ผ๐ฟ๐๐ ๐ฎ๐๐ฎ๐ฏ๐ผ๐ผ๐
- ๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ ๐ฐ๐ฎ๐น๐น๐ผ๐ผ ๐ผ๐ฏ๐ผ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ
- ๐๐ฎ๐๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ผ๐ฟ๐๐ ๐ด๐๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ฎ๐ฎ
- S๐ฎ’๐ถ๐ฑ๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฎ๐พ๐ผ๐ผ ๐๐ฎ๐ฟ๐ผ๐ผ๐ฏ๐ฎ๐ฎ
kan jedhamaniidha.


