Godina Qellem Wallaggaa aanaa Laaloo Qilee keessatti qeerroowwan Oromoo irratti hidhaan hammaate.
ONM-ABO Hagayya 29,2022 Kaabinoonni fi waraanni faashistii impaayeera Itoophiyaa ilmaan Oromoo nagaan qe’ee abbaa isaanirraa jiraachu dadhabsiisuun, Oromiyaa bakkoota hedduutti…
