• Wed. May 13th, 2026

Waraanni Mootummaan Bobbaasee Ayyaana Irreechaa Irraatti Dargaggoota Oromootti dhukaasee ajjeese

Oct 1, 2022

Waraanni Mootummaan Bobbaasee Ayyaana Irreechaa Irraatti Dargaggoota Oromootti dhukaasee ajjeese.

(SQ- Onkoloolessa 1/2022)
Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee magaalaa Guddoo Oromiyaa Finfinnee keessaatti Onkoloolessa 1/2022 Kabajamee Ooleera.

Kabaja Ayyaana Kanarraatti waraanni Mootummaan Hidhachisee Bobbaasee lubbuu namoota nagaa gaaga’eera.

Dargaggoo Haftaamuu Dhiibaa Baqqalaa dhalataa Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa kan tahee Hidhattoota sirnicha tiksina jedhaniin ajjefamuu Gabaasi sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo qaqabee ni ifoomsa.

Uummata Oromoo bal’aaf Maatiisaaf jajjabina hawwina!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading