• Wed. Oct 7th, 2026

Baha Oromiyaa keessaatti Qaamoonni Mootummaa Humnaan dargaggoota gara mooraa Waraanatti Geessaa jiru

Oct 4, 2022

Baha Oromiyaa keessaatti Qaamoonni Mootummaa Humnaan dargaggoota gara mooraa Waraanatti Geessaa jiru.
(SQ-Onkololeessa 4/2022)
Baha Oromiyaa Haraargee Lixaa Magaalaa Ciroo keessaatti Qaamoleen maqaa mootummaan socho’aan Dargaggoota Oromoo humnaan gara mooraa Waraanatti fe’a jiru jedhame.
Akka Maddeen keenya gabaasaniitti halkan Manarra deemun funaana bulan. Ammammoo Bifa kanaan Humnaan magaalaa keessaa guuraa jiru jedhu.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading