Mootummaan Aadaafi Duudhaa Oromoo Quucarsuuf yaalee Dadhabnaan Abbooti Gadaa Ajjeesuutti Fuulleffate.
(SQ-Onkoloolessa 17/2022)
Abbaa Gadaa Boruu Roobaa Lakkuu Waraana Mootummaan Ajjeefaman.
Onkoloolessa 16/2022 Ona Fantaallee Ganda Bommisa Keessaatti Waraanni Mootummaa Hambaa Abbooti Gadaa Karrayyuu kan Turan ajjeese.

