• Sat. Nov 7th, 2026

Mootummaan Itoophiyaa Uumata Ofi bulcha jedhu Dirooniin Rukutuu eegale

Oct 23, 2022

Mootummaan Itoophiyaa Uumata Ofi bulcha jedhu Dirooniin Rukutuu eegale.
(SQ-Onkoloolessa 23/2022)

Giddu Galeessa Oromiyaa Keessaatti Mootummaa Jedhee kan Of waamu Uummata nagaa Dirooniin Haleeluun dhagahame.

Shawaa Lixaa Aanaa cobii Ganda Bakkee Oofuu Qaleetti haleellaa droonii Murnoonni mootummaa Guyyaa Har’a raawwataniin namoonni hedduun miidhamuufi qabeenyi Hedduun barbada’u maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof himan.

Akkasumas, Achuma lixa Shaggar Gindabaratittis haaluma wal fa namoonni hedduun miidhamaniiru.

Leave a Reply