• Wed. May 6th, 2026

Mootummaan Uummata Nagaa Dirooniin Haleelaa jira

Oct 29, 2022

Mootummaan Uummata Nagaa Dirooniin Haleelaa jira.

(SQ-Onkoloolessa 29/2022)

Lixa Oromiyaa Wallagga Bahaa Aanaa Waayyuu Tuqaatti Onkoloolessa 28, 2022 Mootummaan Uummata Nagaa haleellaa diroonii irraatti raawwateen namoonni hedduun ajjeefamuu. Akkasumas, Madaa’uufi Qabeenyi Mancaafamuu Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromootti himan.

Bifuma wal fakkaatun,Ganama kana jechuun Onkoloolessa 29, 2022 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo keessatti haleellaa dirooniin raawwatameen namoonni hedduun miidhaman!

Odeessa dabalataa boodarra isiniin geenya!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading