• Fri. Mar 27th, 2026

Sagantaan IJA BANAA yeroo hunda Dilbata waaree booda akka yeroo Finfinneetti sa’atii 10:00-12:00tti kallattiin tamsa’a

Nov 26, 2022

Sagantaan IJA BANAA yeroo hunda Dilbata waaree booda akka yeroo Finfinneetti sa’atii 10:00-12:00tti kallattiin tamsa’a. Sagantaa kana irratti Hayyoota, qoondaaltotaa fi Miseensoota Waraana Bilisummaa Oromootu dhihaata. Irratti hirmaadhaa.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading