Diina maqaa itophiyaan nu loluu laamshessinaan fuula biraa @Maraan nu loluutti deebi’ee!
Sirni kolonii itophiyaan oromiyaa irraatti diriirsitee caasaa isaa karaa sadii ooliin ijaarratee oromoo duguugaaf cabsaa as gahee!
- Kanneen itophiyaa keessa seenanii itophiyummaa akka eenyummaatti fudhatan ilmaan saboota garagaraa keessaa eenyummaa isaanii gananiin Oromummaaf saboonummaa sabootaa waraanuun cabsuu. Innii kun laaffatee lolaa bilisummaa WBOn gaggeessuun diigamee itophiyaan eenyummaa tahuun hafee, itophiyaan maqaa kolonii tahuuf sirna hacuuccaa tahuu saboonni baranii sabboonoon baayyatee caasaan kun humnoota sabboonoo akka ABO-WBOn rukuutamnaan karaa kanaan oromoo loluu dadhabuun, #Itophiyaan impaayera jigdee taatee jirtii!.
- Amaaraa(abboota impaayera tanaa warraa dhaalee sirna namaa nyaataa nafxanyaa tahuun biyyaa Oromoo abboonni isaanii weeraraan ofjalaatti galfataan ofjalaa tursiisuu abbalaniidha. Isaan kun itophiyaanis isaanuma isaanis itoophiyuuma.
Warrii kun ammaatti maqaa itophiyaan akka dur deemanii fagoo gahuu hanqachuu isaanii barraan caasaa ilmaan isaanii Oromiyaa keessa gaafa itophiyaan humna qabduu qubsiisanii turaan hidhaachiisanii ijaaruun Oromiyaaf Oromoo irraatti weerara bananii jiruu.
~kanaaf uummanni keenya kan ajjeefamaa buqqifamaa, duguugamaa fi dhabaamaa jiruu Warren ollaa Oromootti galanii Oromiyaa keessa jiraataa odeessa Oromoo dabarsanii diinaaf kennaan, waraana diinaa baasanii galchuun Oromiyaa waraansisaa jiraa. Akkasumaas kanneen Oromiyaa keessatti amhara tahaan cuftii caasaa #Faannooti waan tahaanif oromoon warraa kana irraa Herreega buufachuudha qaba.
Innii wallaaggaaf karrayyuutti dhumaa jiruu simararuuf sigaddisiisuu dhiisee sidiin siidahamaa ollaa keetii Buna waliin dhugduu simararee yoo harka irraa qabaatte atiyyuu Dhiiga Oromoo jiguu jiruutti qoosaa jirta.
- Itophiyaan mana amantaa keessan caasaa tikaa, odeessaaf diinagdee diriirfateen Oromoo cabsaaf dhabaamsiisaa as geesse.
Kunis mana amantaa keessatti Oromoo ugguruun amantichaaf amantoota sabaan Oromoo tahaan gidduu turjuumana tahanii dhaabbatanii, Oromoo hamilee cabsaa, eenyummaa isaa busheessaa, diinagdee isaa irraa guuranii ittiin rasaasa bitanii deebisanii Oromoodhuma ittiin waraananii cabsaa jiruu.
@Duula qindaa'aa #faannoof hidhaattoonni Amaaraa Oromiyaa irraatti banaan kana adda dureen kan guutuu Addunyaatti deeggarsaa funaanee qindeessuun hidhaachiisaa jiruu, #MaabaraQiddusaanii kan jedhamuu waldaa maqaa Amaantaatin socho'uudha.
Kanaafis fallii Oromoon akka horii isaan ibiidda ofiitti bitee of dhabaamsiisneef, Mana lubuummaa Oromiyaa jabeessuun ofiin of danda’ee ofii isaatiin oftajaajiluu qaba.
Walumaa galaatti!
Lollii Oromoo irraatti godhamaa jiruu kun lolaa addaa osoo hin taane lolaa miniliik Oromoo cabsee oromiyaa qabachuuf jalqabee ilmaan isaa itti fufaa jiraachuu beeku qabna.
Yoo ofii jettee yaa sabakoo QE’ee keetii qulqulleessuu eegalii, lollii sidiin kaabaa Oromoo irraatti bantee kun adda lolaa mijataa waan filataniif iddoo dhukaasaan itti eegaluu qabaan irraatti eegalaan malee Oromoo gara kaanii akkamiin akka cabsanii of ofjalaatti deebisaan xumuranii jiruu. Kanaaf lollii kun lolaa baramaa uummanni walcinaa jiraatu marraa-bisaan ykn finnaa irraatti waldhabee fakkeessanii warrii dhiyeessaniif akkasiitti ilaalaniis dogooggoraniiru ykn immoo Oromoon akka dammaqee hin lolaanne warraa taasisuu fedhaniidha.
●WBOn eessa jiraa jedhuu namoonni baayyeen waraana bilisummaa Oromoon cinaatti uummanni keenya kan garlollii sidiihamaa hin jirraa caasaa jaraaf waan isaanis irraatti tarkaanfii jajjabduu fudhachuun dirqama. Waraanni bilisummaa Oromoo lolaa kana uummata irraa lolaa jiraa, garuu weerara kana Oromoonis akka walgufaanna daagaatti osoo hin taane weerara qindaa’aa diinni oromiyaa qircachuuf godhaa jiruu tahuu hubachuuf waan qabuun gadbahee ofirraa loluudha qaba.
Jaawwii Jiillee
Gumaa hin nyaatiin baasi malee!
