• Sun. Mar 15th, 2026

Barattoonni Oromoo Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo fi Sadarkaa Gadii Hiriira Mormii Jabeessanii Itti Fufaniiru

Dec 5, 2022

Barattoonni Oromoo Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo fi Sadarkaa Gadii Hiriira Mormii Jabeessanii Itti Fufaniiru.

[SQ Mudde 5/2022]

Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee keessatti barattoonni Oromoo mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Daargee fi Yuunivarsiitii Rift Valley Naqamtee yeroo ammaa kana dhaadannoo fi sagalee mormii jajjaba dhageessisaa jiru.

Ajjeechaa uummata isaanii irratti qindoomina humnoota Federaalaa fi Naannoo Amaaraan raawwataa jirus cimsanii balaaleffachaa jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading