• Thu. Nov 5th, 2026

Waarraqsi Barattoota akkuma itti fufeetti jira

Dec 7, 2022

Waarraqsi Barattoota akkuma itti fufeetti jira.

(SQ-Mudde 7/2022)
Warraaqsi Barattoota Yuunibarsitiiti hanga Sadarkaa Tokkooffaa hirmaacbise ammallee itti fufee jira. Yuunibarsitiiwwaan;

  • Yunibarsiitii Bulee Horaa
    -Yunibarsiitii Gambeella
    -Yunibarsiitii Waachamoo
    -Yunibarsiitii Jiinkaa
    -Yunibarsiitii Arsii mooraa Boqqojjii
    -Buraayyuu mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Dirree yeroo ammaa kana aantummaa saba isaanii mullisuun mormii finiinsaniiru !

OROMIYAAN Biyya!
Oromoon Galaana Irra Dhangalaana!

Leave a Reply