Waarraqsi Barattootaa Akkuma Itti Fufetti Jira.
[SQ Mudde 7/2022]
Warraaqsi barattoota Yuunivarsiitii hanga sadarkaa tokkooffaa hirmaachise ammallee itti fufee jira.
Yuunivarsitiiwwaan:
-Yuunivarsiitii Bulee Horaa
-Yuunivarsiitii Gambeella
-Yuunivarsiitii Waachamoo
-Yuunivarsiitii Jinkaa
-Yuunivarsiitii Arsii mooraa Boqqojjii
-Buraayyuu mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Dirree yeroo ammaa kana aantummaa saba isaanii mullisuun mormii finiinsaniiru!
OROMIYAAN Biyya!
Oromoon Galaana Irra Dhangalaana!
