• Fri. Mar 13th, 2026

Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Labsii sana keessatti Dhadannoolee kannee Qabatamee akka ba’aamu akeeke

Dec 11, 2022

Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Labsii sana keessatti Dhadannoolee kannee Qabatamee akka ba’aamu akeeke.

(SQ-Mudde 12/2022)

Daadannooleen kunis:-

  1. Mirgi Hiree Murteeffannaa Ummata Oromoo haa kabajamu!
  2. Haleellaan Drone fi Xiyyaaraa Oromoo irraa haa dhaabbatu!
  3. Loltuun Weerartuu Oromiyaa keessaa haa bahu!
  4. Hidhamtooti Siyaasaa Oromoo haa hiikaman!
  5. Oromoo ajjeesuun haa dhaabbatu!
  6. Lolli Oromiyaa irraa haa dhaabbatu!
  7. Oromiyaan Biyya!
  8. Oromiyaa haa baraarru!
  9. Oromiyaa baraaruun of baraaruu dha!
  10. WBOn Gaachana uummata Oromooti!
  11. Abiy Ahimed yakkamaa dha!
  12. Yakkamaan aangoo gad haa dhiisu!
  13. Bilxiginnaan Shororkeessaa dha!
  14. Nagaan Waaraana Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa qofan argama!
  15. Duguuggaan Sanyii Oromoo irratti raawwachaa jiru haa dhaabbatu!
  16. Miidhaa Oromoo irratti raawwachaa jiruuf gaafatamaan Bilxiginnaa fi Abiy Ahimed!
  17. Morma keenyaa cinnee sabaa fi lafa keenya tikfanna!
  18. Qabsoon keenya jijjiirraa sirnaaf malee, sirna suphuuf miti!
  19. Impaayera afaan qawween saba keenya bitaa jiru diiguutu jiraachuu keenyaaf wabii dha!

Labsiin kun Mudde 12, 2022 eegaluun haga Koreen Warraaqsa Oromiyaa Baraaruu hojiiwwan jiran gamaaggamee murtiiwwan itti aanan dabarsuutti itti fufa.

#WarraaksaOromiyaaHaaBaraarru

#WOB

#SaveOromiaRevolution

#SOW

Injifannoon Uummata Oromoof
Mudde 11, 2022

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading