Lixa Oromiyaa Aanaa Beegii Gibaa Guulasaatti Waraanni Mootummaa Namoota nagaa Ajjeessan.
(SQ-Amajjii 11/2023)
Waraanni Mootummaan Bonbaase Namoota nagaa Afur ajjeesan. Namoonni ajjeefaman kunneen;
- Jaafar
2.Kalifaa Hasan - Mammadoo
- Seleman Abduramaan yoo ta’aan.
