• Fri. Mar 13th, 2026

WBOn godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Raaree irratti tarkaanfii fudhachaa jira

Feb 6, 2023

ONM-ABO 6 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti fudhachuun aanota keessaa buqqisuu itti fufee jira.

Tarkaanfii guyyaa har’aa ganama Guraandhala 6, 2023 sa’a 12:00 irraa eegaluun Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jimmaa Raaree irratti fudhatamaa jiruun gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Birgeediin Bakakkaa humna diinaa mooraa tokkotti galchuun rasaasaan waadaa jira.

Waraana bilxiginnaa hedduu ajjeesee, gariin madeessuun meeshaalee waraanaa irraa booji’ee jira.

Guutuu gabaasa isaan walitti deebina .

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading