• Sat. Apr 4th, 2026

waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii lixaa Diina adabuu itti fufe

Mar 6, 2023

(SQ-Bitootessa 6/2023)

Waraana Bilisummaa Oromoo waraana weerartuu Bilxiginnaa godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyoo ganda Riphaa Guutee Sooyyamaa bakka addaa Teelee jedhamutti lukkeelee diinaa du’aa fi madoon adabuun meeshaalee addaa addaa irraa booji’uun injifannoo boonsaa galmeesseera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading