• Thu. Mar 19th, 2026

Qophii Eebba Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo irratti dubbii AJajaa Olaanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa dubbatan galgala kana sa’a 2:00 akka lakkoofsa impaayera Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna

May 30, 2023

Qophii Eebba Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo irratti dubbii AJajaa Olaanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa dubbatan galgala kana sa’a 2:00 akka lakkoofsa impaayera Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna.

ONM-ABO karaa YouTube, telegram, Facebook fi TVn hordofaa!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa sagalee cunqurfamtootaa !

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading