• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn zoonii bahaa aanaa Mi’eessoo keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise

Jul 16, 2023

ONM-ABO Adoolessa 16, 2023

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii baha godina Lixa Harargee aanaa Mi’eessoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe.

Kaleessa Adoolessa 15, 2023 gootichi waraana bilisummaa Oromoo aanaa Mi’eessotti lola taasiseen loltoota diinaa irraa 15 ajjeesee 24 madeessuun  isnaayippera tokko, AKM Turkii sadii, AKM dachaatuu tokko, piistoo 1, boonbiilee fi rasaasota irraa hiikuun galii qabsoof bilisummaa Oromoof taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading