🚨 Oromo Space Alert
Friday!
Oromo Twitter spaces
📍Topic:
Jala bultii yaa’ii hubannoo uumuu Magaalaa DC fi maree hawwaasaa.
📍🗓
Friday, July 21ST, 2023
12:00 PM CST
GUEST SPEAKERS
JAAL JIREENYAA GUDDATAA
JAAL NAJAAT HAMZAA

🚨 Oromo Space Alert
Friday!
Oromo Twitter spaces
📍Topic:
Jala bultii yaa’ii hubannoo uumuu Magaalaa DC fi maree hawwaasaa.
📍🗓
Friday, July 21ST, 2023
12:00 PM CST
GUEST SPEAKERS
JAAL JIREENYAA GUDDATAA
JAAL NAJAAT HAMZAA

Hayyee Yaa’ii hubannoo uumuu akkuma matadureen isaa jedhu, hubannoo kallattii barbaadame hundaan uumuun fardiidha.Daaspoorotni muraasni pp biyya keessaa waliin tahuun garaagarummaa yaadaa,hojii,mul’ataa,kaayyoofi akeekaa ABO-WBO keessattuu WBO gidduutti uumuuf miidiyaa ofharkaa qabanitti dhimma bahanii dhiibbaa uumuuf yaalaa jiru.Kanaafuu Bakka buutonni ABO-WBO biyya alaa waan kanarratti cimsitanii hojjechuu qabdu.Eenyuutu dhugaafi kaayyoo dhaabaa qabatee akka deemaa jiru adda baasuu.Osoo akka WBO itti diina qokkee qabaa jirutti haayyonni Oromoo diplomaasii dhaan dhiibbaa uumee oromoon eessa gahuu akka qabu namuu beeka.Waraanni lubbuu isaa wareegee,lafee isaa cabsee,dhiigasaa dhangalaasee diina aleelaa jira,kanaaf please hamilee waraana keenyaa tuqamuu hin feenu
Galatoomaa🙏