SQ-Fulbaana 19, 2023
Murni Siyaasaan isaa ajjeesuuf hidhuu qofaan tikfamu halkan edaa Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoo Ayyalee Waaqshumaatti mana cabsuun humnoota tikaatiin erga butamee bakki inni geeffame hin beekamne!
Ayyaleen nama hidhata siyaasaa kamittiiyyuu hin qabnee fi hojii dhuunfaasaa hojjetatee kan jiraatuudha.
Oromummaan qofti yakka ta’ee ilmaan Oromoo bakka cufattuu dararamu!

