Arsii Bahaa aanaa Eeban Arsii keessatti maqaa ilmaan keessantu WBO keessa jira jedhuun maatii qabsaa’otaa jumlaan hidhuun beekame
ONM-ABO Onkoloolessa 30, 2023 Hidhattootni garee maafi’aa PP haamilee hin qabne kanneen uummata nagaa irratti gootummaa isaanii agarsiisan yeroo mara…
