• Tue. Apr 28th, 2026

Murni abdii kutate Ijoolleef maanguddoo, dhiiraaf dubartii osoo adda hin fo’in daguugaa jira

Nov 1, 2023

SQ-Sadaasa 01, 2023

Godina Baha Shaggar Ona Boosatitti Aadde Kuulanii nama jedhaman “ilma keetu Miseensa Waraana Bilisummaa Oromooti” jedhanii hidhaadhaan dararaa erga turanii booda, Wiixata halkan Onkoloolessa 30, 2023 halkaniin Mana Hidhaa keessaa baasuun rasaasa itti roobsuun ajjeesanii gatani.
Murna abdii kutate.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading