• Tue. Mar 31st, 2026

Jarmanitti qonnaan bulaan deggersa godhamutu nu irraa xiqqaate jedhee mormii yeroo agarsiisuu, qonnaan bulaan Oromoo garuu impaayera Itoophiyaa keessatti waan naaf fidaa nan bitadhaa jedheef ergamtoota Waraana Bilisummaa Oromoo jedhamuun ni reebame, ni hidhame akkasumas ni ajjeefame

Jan 8, 2024

ONM-ABO Amajjii 8,2024

Jarmanitti qonnaan bulaan deggersa godhamutu nu irraa xiqqaate jedhee mormii yeroo agarsiisuu, qonnaan bulaan Oromoo garuu impaayera Itoophiyaa keessatti xaa’oo fi sanyii filatamaa maallaqa isaatiin bitachuu dhabee, waan naaf fidaa nan bitadhaa jedheef ergamtoota Waraana Bilisummaa Oromoo jedhamuun ni reebame, ni hidhame akkasumas ni ajjeefame.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading