• Sun. Mar 15th, 2026

Diddaa Uummataa – WALLISOO – Godina Kibba Lixa Shaggar magaalaa guddicha godinichaa Walisoon dabalatee uggurri labsame aanaalee hedduu keessattis hojii irra oolaa jira

Feb 1, 2024

ONM-ABO Guraandhala 1, 2024

Godina Kibba Lixa Shaggar magaalaa guddicha godinichaa Walisoon dabalatee uggurri labsame aanaalee hedduu keessattis hojii irra oolaa jira.

Daandiin cufaadha, hoteelli hin jiru, midhaan bituu fi gurguruu hin jiru , baaburri midhaan daaku ,gabaa , dukkaanaa fi sochiileen barnootaa illee guutumaan guututti hojiirra oolaa jiru.
Magaalaa Wallisoo keessatti garuu darbee darbee sochiin konkolaataa ni mul’ata. Konkolaattota waraanaan geggeessuun ni mul’ata.

Bilxiginnaan raafama keessa galuun abdii kutachaa jirti. Loltoonni PP of jibbuunii fi bulchiinsi Abiy Ahimed akka dadhabaa jiru hubachuun jireenya isaaniif yaaddoo keessa galuun gungummii hamaa keessa jiru.

Diddaan itti fufa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading