ONM-ABO Guraandhala 2, 2024
Barattootni Yuuniversiitii Dambii Doolloo guyyaa 5ffaaf barnoota dhaabanii jiru. Itti gaafatamtootni nageenya moorichaa barattoota humnaan barnootatti deebisuuf mooraa keessa oluun ari’aa jiru.