• Mon. Jan 12th, 2026

Qophii Addaa kan booji’amtoota Miseeensotni waraana ONM-ABO Bitootessa 12, 2024 Itti Dhiyaadhaa!

Mar 12, 2024

Miseeensotni waraana bilxiginnaa 4 Humna Finxaalessaa Faannootti dabalamuuf osoo deemanii dheengaddaa Bitootessa 10,2024 karaatti WBO’n qabamanii jiru.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Qopheessaan Jaal Haacaaluu Roobaa ti.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee Cunqurfamtootaa! linkiiwwan oliitti eraaman kana cuqaasun sa’aa jedhaametti akka nu hordooftan jenna. lelistoota fi deggertoota Arraata maraan

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading