• Wed. Sep 23rd, 2026

Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname

Apr 25, 2024

Akkuma beekamu seerri uggura fe’isaa labsamee jiraachuun beekamaadha. 

Konkolaachistoonni seera kana cabsuun eeyyama kennamee ala ba’anii konkolaataa isaaniitti fe’isa fe’an guyyaa har’aa irraa eegalee bakka argamanitti  akka akeekkachiifaman isin hubachiisna. Lakkoofsi gabatee isaanii kanneen armaan gadiiti.

  1. A 45993
  2. A 41170
  3. A 14239
  4. A 14589
  5. A 24218
  6. A 14589
  7. A 45399
  8. A 17895
  9. 73021
  10. 88773
  11. 99530
  12. 86586
    Kanneen armaan olii kana malees lakkoofsi gabatee nu nu bira hin ga’in jiran waan jiraniif kana beektanii ajaja kenname yeroo yeroon hordofuu akka qabdan isin hubachiisna.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading