Buraayyuu – Guyyaa borii jechuun gaafa Ebla 2 Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu aanaa Kattaa keessatti uummata dirqamaan hiriira deggersaa ba’uu qabdu jechuun doorsisaa oolan
ONM-ABO Ebla 1, 2024 Namni hiriiraa kana hin irraa qooda hin fudhanne qarshii 1000-2000tti adabama jechuun milishoonni PP uummata doorsisaa…
