• Thu. May 14th, 2026

KORA MISEENSOTA ABO-WBO GODINA AWUROOPAA FI MARII HAWAASAA KAN BARA 2024

May 20, 2024

Korri Miseensota ABO-WBO Godina Awuroopaa fi mariin hawaasaa kan bara kanaa Adoolessa 26 – 27/2024 Biyya Sweden magaalaa Stockholmtti geggeffamuuf qophiin xummuramaa jira.

Miseensota, degertootaa fi Hawaasni Oromoo marti kora kana irratti akka nuuf argamtan kabajaa Oromummaan waamicha isiniif taasifna.

Haaluma kanaan Jimaata Adoolessa 26/2024 KORA MISEENSOTA fi Sanbata Adoolessa 27/2024 MARII HAWAASAA fi GALGALA AADAA qophahe irratti akka nuuf argamtan afeeramtanii jirtu.

Koree qopheessituu Kora Miseensota ABO-WBO Godina Awuroopaa kan bara 2024 irraa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading